Features Sirna Gadaa
Fayyadamni (Application) kun waaee Sirna Gadaa karaa salphaa ta’een, amaloota bu’uuraa fi maalummaa Sirna Gadaa uummata Oromoo irratti odeeffannoofi hubannoo kennuuf yaadame kan qophaa’eedha.Mataduree/qabduu barbaaddan cuqaasuun/tuquun odeeffannoo (ibsa) buuura waa’ee Sirna Gadaa, Sona Ijoowwan Isaa, Caasaa, Sadarkaa, Dhaabbata (Jaarmiyaa), Odaawwan Gurguddoo, Irreecha fi Seerota Bu’uuraa Sirna Gadaa gabaabinaan dhiyaatee jira.This App is made for a quick and easy way to understand the Gada System of the Oromo people.
It highlights all the basic characteristic and features of Gada system by providing the information you need to know, on the subject of, the Gada system of the Oromo people .By tapping on a specific button/titles, you can quickly access more detailed information about Gada System, its Core Values, Structures, Ranks (Grades), Institutions, the major Odas, Irrecha, and the Basic laws of the Gada System.
Food & Dining
Discover recipes and order food from your favorite restaurants.
Lightning Fast
Experience blazing fast performance with our optimized Android application.
See the Sirna Gadaa in Action
Get the App Today
Available for Android 8.0 and above